sagalee waan baay'ee eessaa waan barbaadan addaan bafachuudhaaf ittin gaafatan; hoolaa kam bitta? Mu...
waan maqaan isaaaddaan bayee hinbeekamin tokko yookiin akkaataan isaa waan hinbeekamin tokko ibsuudh...
sababii waan kanaan dura ta'e Yookiin waan Jedhame yookiin waan himame irraa ka'ee waan fuulduratti ...
1.dahaaf ciniinsifachuu; Sa'i koo dhaluudhaaf kanfalaa jirti. 2. akka malee nyaatanii garaan nama dh...
1. gosa bararoo, kan tisiisaan wal fakkaattu, gaagura keessatti damma dammeesitu. 2. nama akka kanni...
wanti duraan akka bishaanii dhangala'aa ture 'eega qilleensi tuqee booddee, dhangala'uu dhiisee wal ...
jecha ittiin yaada adda addaa lama wal bira qabanii ilaalan; Deemsi kee bayeessa, karaa biraa ammoo ...
1. lafa namni yookiin konkolaataan irra deemu, kan bakka tokkoo qabee bakka biraatti nama geessu. 2....
akka karfaffuun roobu gochuu; Dibaabee as gara kootti qabdee bokkaa natti karfaffeessite.