Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
guusa ma.
GAO

akka hinhoone gocha, harma gachisiisa. 2. kenna duraanii dhowwacha.

guusisuu go.
GAO

akka gu'u gochuu.

guusuu go.
GAO

jabbii yookiin daa'ima harma gachiisuu, akka hinhoone gochuu; Mucaa ishii waggaa sadiitti harma guuf...

guuta ma.
GAO

waan hirdhuu ta'e itti ida'anii afaanin ga'a.

guutachuu go.
GAO

1.waan nama jalaa hirdhate itti ida'atanii afaaniin ga'achuu; Callaa gootaraa, girdii dogoogoo guuta...

guutamaa ad.
GAO

1.kan akka guutu godhame, kan guutuu ta'e, kan hinhirdhatin. 2.  maqaa namaa.

guutamuu go.
GAO

1.wanni hirdhuu ta'e itti ida'amee afaaniin ga'amuu, akka guutu godhamuu. 2. amma afaaniitti itti na...

guuza ma.
GAO

namoota hojii nama tokkoo walitti dhufanii gargaarsaaf hojjetan, daboo.

guyya'uu go
GAO

yeroon ganama irraa gara saafaatti siquu; Guyya'eeraa jarana hojiitti ba'aa!

guyyaa guyyaa da.go.
GAO

halkan halkan odoo hinta'in yeroo guyyaadhaa; Hirribaaf halkanuu  si  gayaa  guyyaa guyyaa  koot...

guyyaa keecha
GAO

"guyyaa keessa" ilaalaa.

guyyaa keessa da.go.
GAO

1.halkan odoo hinta'in yeroo guyyaa. 2. dura oggaa dhalatan odoo hinta'in erga dhalaanii turanii bo'...

guyyaa ma.
GAO

1. yeroo erga biiftuun baatee qabee amma biiftuun lixxutti argamu, Guyyaa guutuun si  eegaa oole. 2...

guyyaafacha.
GAO

yeroo guyyaatti siikfacha.

guyyaafachuu
GAO

"guyyaasifachuu" ilaalaa.

guyyaafannaa
GAO

guyyaafacha ilaalaa.

guyyaasifachuu go.
GAO

yeroo gara saafaatti yookiin guyyaatti siikfachuu; Ganamaan hindhufinii guyyaasifadhuu koottu.

guyyee'uu go.
GAO

yeroon ganama irraa gara saafaatti hamma siqutti eeguu,turuu.

guyyeeffachuu
GAO

"guyyaasifachuu" ilaalaa.

H, h
GAO

qubee Oromoo kan tarree saddeeti irratti argamu.

Sponsors