Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dhaltuu ad.
GAO

tan ilmoo garaatti uummattee dhaluu yookiin dawuu dandeessu; Horii dhaltuu hinqalan; hormaataaf kaa'...

dhaluu go.
GAO

1. ilmoo daha gaye ciniinsifatanii garaa ofiitii baasuu. 2. inni duraan ture waan isa fakkaatu uumma...

dhama ma.
GAO

bishaan baaduu itite keessaa bawu,kan dhugamuu danda'u.

dhama'a ma.
GAO

waan tokko argamsiisuuf jecha carraaqa hammailee godhamu; Dhama'a malee waanti tolatti dhufu hinjiru...

dhama'uu 2 go.
GAO

of wallaaluu, Jazbuu (jazbaa ta'uu); Mucaan irraa duunaan dhama'e.

dhama’uu 1 go.
GAO

dhama'a agarsiisuu, waa argachuuf dadhabuu; Waan bu'aa hinqabneef dhama'uu hinbarbaachisu.

dhamaasisuu go.
GAO

akka dhama'u gochuu.

dhamaatuu ad.
GAO

tan jiruufi jireenyi harkaa bade, rakkattuu, joonjoftuu.

dhamalaa ma.
GAO

giimii yookiin barbada abiddaa kan erga biddi dhaamee booda hafu,kasala, cilaattii(cilee).

dhamdhama ma.
GAO

foon yeroo horii qalan nama bakka qalmaa sana jiru tuttufachiisan. 2.mi'aa waan qabu, waan namatti t...

dhandhama
GAO

"dhamdhama" ilaalaa.

dhandhamuu go.
GAO

1.mi'aa wanta ta'ee  arrabaan ilaaluu. 2. mi'eeffachuu, mi'aa baruu; "Waraabessi bakka takka dhandh...

dhandhansoo ma.
GAO

gosa mukaa.

dhandhoonamuu go.
GAO

walitti uulla'uu. 2.miillaa hamma mataatti furdachuu; Mucaan biyya faranjii dhaqee dhandhoonamee dhu...

dhandhoonsisuu go.
GAO

akka dhandhoonu gochuu.

dhandhoonuu go.
GAO

waan lallaafaa akka dhoqqee, dhadhaa, w.k.f.,walitti luullessuu; Dhoqqee dhandhoonuu; Dhadhaa dhandh...

dhangaa ma.
GAO

nyaata mi'aayee qophaa'e, kan qabatanii fira laalan, kan keessummaa ittiin geggeeffatan yookiin kan ...

dhangaggaa'aa ad.
GAO

waan dhangaggaa'u. 2. dubbii Jibbisiisaa, hadhaawaa;Dubbun isaa dhangaggaa'aadha.

dhangaggaa'uu go.
GAO

1. waanti nyaataa yookiin dhugaati afaanitti hadhaawuu yookiin bushaawuu;Farsoon lafa ture nidhangag...

dhangaggaawaa
GAO

"dhangaggaa'aa ilaalaa.

Sponsors