dhangaggaa'uu go.

GAO

Hiika

1. waanti nyaataa yookiin dhugaati afaanitti hadhaawuu yookiin bushaawuu;Farsoon lafa ture nidhangaggaa'a. 2. dubbii nama jibbisiisu dubbachuu; Dubbiin dubbadha jedheeti dhangaggaa'uutti ka'e.
Sponsors