Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaluu go.
dhaluu go.
GAO
Hiika
1. ilmoo daha gaye ciniinsifatanii garaa ofiitii baasuu. 2. inni duraan ture waan isa fakkaatu uummachuu baay'achuu, dabalachuu; Dammi lafa turraan nidhala jedhu, Birriin akka siif dhaluuf baankii galchi; Dubbiin dubbii dhala.
Sponsors