Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhandhoonamuu go.
dhandhoonamuu go.
GAO
Hiika
walitti uulla'uu. 2.miillaa hamma mataatti furdachuu; Mucaan biyya faranjii dhaqee dhandhoonamee dhufe. 3. itti baay'achuu, itti huddummachuu; Bunni barana ija dhandhoone.
Sponsors