Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
daagaggama ma.
GAO

guyyaa malee, dingata, battala; Hadaraa naaf dhiisi, utuu hinbeekin dagaggama sitti bu'ee.

daagaggama ma.
GAO

guyyaa malee, dingata, battala; Hadaraa naaf dhiisi, utuu hinbeekin dagaggama sitti bu'ee.

daagii ma.
GAO

1.horii qotisa irratti dhibaawu; Qotiyyoo daagiidhaan qonnaan nama jalaa hinsiqu. 2. nama dhibaayaa;...

daagii ma.
GAO

1.horii qotisa irratti dhibaawu; Qotiyyoo daagiidhaan qonnaan nama jalaa hinsiqu. 2. nama dhibaayaa...

daagujjaa ma.
GAO

midhaan gaggabaabduu toora tooraan dalga yaatee, gara waaqaatti qabdee ija naqattu, kan ijjiisee ija...

daagujjaa ma.
GAO

midhaan gaggabaabduu toora tooraan dalga yaatee, gara waaqaatti qabdee ija naqattu, kan ijjiisee ija...

daagujjeessuu go.
GAO

akka daagujjaa reebanitti . reebuu, rukutuu, butuchuu; Uleedhaan daagujjeessee gadi lakkise.

daagujjeessuu go.
GAO

akka daagujjaa reebanitti . reebuu, rukutuu, butuchuu; Uleedhaan daagujjeessee gadi lakkise.

daakamaa ad.
GAO

kan daakame; Buna daakamaa.

daakamaa ad.
GAO

kan daakame; Buna daakamaa.

daakamuu go.
GAO

1. caccabee akka daakuu ta'uu; Midhaan daakamuu.  2. dhaqni namaa hojiin baay'achuu irraa kan ka'e...

daakamuu go.
GAO

1. caccabee akka daakuu ta'uu; Midhaan daakamuu.  2. dhaqni namaa hojiin baay'achuu irraa kan ka'e ...

daakiyyee ma.
GAO

sanyii allaattii kan bishaan ciisaa irra balaliitu, kan qeensi isce garasiifi garanaa ribuu yookiin ...

daakiyyee ma.
GAO

sanyii allaattii kan bishaan ciisaa irra balaliitu, kan qeensi isce garasiifi garanaa ribuu yookiin ...

daakkachuu go.
GAO

waan caallaa bulleeffachuu; Midhaan daakkachuu.

daakkachuu go.
GAO

waan caallaa bulleeffachuu; Midhaan daakkachuu.

daaksifachuu
GAO

"daaksisiifachuu" ilaalaa.

daaksisaa ma.
GAO

kan yeroo tokko daaksifatan; Midhaan daaksisaa toKko ta'u duwwaa qaba.

daaksisaa ma.
GAO

kan yeroo tokko daaksifatan; Midhaan daaksisaa toKko ta'u duwwaa qaba.

daaksisiifachuu go.
GAO

namni biraa yookiin wanti biraa akka cal'aa namaaf daaku gochuu; Dur xomboree midhaan daaksisiifatu.

Sponsors