Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
balleessisuu go.
GAO

akka balleessu godhuu.

balleessituu ad.
GAO

dubartii balleessaa hojjettu.

balleessituu ad.
GAO

dubartii balleessaa hojjettu.

balleessuu go.
GAO

1. badaa gadhee yookiin waan hintolle hojjechuu, fokkisiisuu; "Amma tolchuun nama dhibu balleessuun ...

balleessuu go.
GAO

1. badaa gadhee yookiin waan hintolle hojjechuu, fokkisiisuu; "Amma tolchuun nama dhibu balleessuun...

balloo je.
GAO

jecha lakkii jedhanii sagalee ittiin kadhatan, maaloo; "Balloo mee na dhiisi."

balloo je.
GAO

jecha lakkii jedhanii sagalee ittiin kadhatan, maaloo; "Balloo mee na dhiisi."

baloo ad.
GAO

dubartii hindanda' amne, jaa'ibamtuu.

baloo ad.
GAO

dubartii hindanda' amne, jaa'ibamtuu.

banaa
GAO

"banamaa" ilaalaa.

banachuu go.
GAO

waan cufame saaqqachuu.

banachuu go.
GAO

waan cufame saaqqachuu.

banamaa ad.
GAO

kan hincufamne, kan cufaa hinta'in, .saaqamaa.

banamaa ad.
GAO

kan hincufamne, kan cufaa hinta'in, .saaqamaa.

banamuu go
GAO

1 . cufaan/balballi/ saaqamuu. 2. hojiin yeroof dhaabbate kan mana barumsaa, hospitaalaa, w.k.f. dee...

banamuu go
GAO

1 . cufaan/balballi/ saaqamuu. 2. hojiin yeroof dhaabbate kan mana barumsaa, hospitaalaa, w.k.f. de...

banjii ma.
GAO

biqiltuu yoo akka sijaaraatti xuuxan nama jaanjessitu, gosa·hashiishii.

banjii ma.
GAO

biqiltuu yoo akka sijaaraatti xuuxan nama jaanjessitu, gosa·hashiishii.

banqaaquu go.
GAO

qabeenya argachuu, guddachuu; Baraan hanqaaqan.

banqaaquu go.
GAO

qabeenya argachuu, guddachuu; Baraan hanqaaqan.

Sponsors