balleessuu go.

GAO

Hiika


1. badaa gadhee yookiin waan hintolle hojjechuu, fokkisiisuu; "Amma tolchuun nama dhibu balleessuun nama hindhibu." 2, dhabamsiisuu, haquu. 3. ta fokkisiisu irraa kaasuu, oofuu; Cilee fuula keeti irraa balleessi. "Nama hojii nama dhowwu of biraa balleessuu wayya."
Sponsors