Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
banamuu go
banamuu go
GAO
Hiika
1 . cufaan/balballi/ saaqamuu. 2. hojiin yeroof dhaabbate kan mana barumsaa, hospitaalaa, w.k.f. deebi'ee jalqabamuu. 3. bakkeen hojii itti hojjetan ijaaramuu, dhaabachuu, jalqabamuu; "Manni barumsaa dhiwootti namaa banamuun gaariidha."
Sponsors