walii bawuu, garaadhaan jibbuu;Erga walii fixatanii gargar bayan. 2. gadoo garaatti qabachuu dhiisuu...
1. walii dhiisuu; Nyaata walii hilu malee jecha walii hinhilan. 2. walii nawuu; Kan rakkina argetu w...
1. dhiifama waliif gochuu, balleessaa irra waliif darbuu. 2 . kan walabaaran yookiin Rabbitti kan wa...
1. wal qabachuu; Madaan saree dafeeti wal.itti fayya. 2. wal ciniinuu; Harreen ilkaaniin walitti fay...
1. walitti gudunfuu. 2. walitti araarsuu; Fira walitti tutu malee wal irraa hinkutan.
1. walitti araarsuu; Rakkinatu isaan walitti fuudhe. 2. iddoo tokkotti guuruu; Bissii xaafii walitti...