walii fixachuu go.

GAO

Hiika

walii bawuu, garaadhaan jibbuu;Erga walii fixatanii gargar bayan. 2. gadoo garaatti qabachuu dhiisuu, garaan walitti araaramuu; Waan walii fixataniif araaraman.
Sponsors