walii tufuu go.

GAO

Hiika

1. dhiifama waliif gochuu, balleessaa irra waliif darbuu. 2 . kan walabaaran yookiin Rabbitti kan wal kennan Rabbi akka dhiifama godhuuf walii kadhachuu; Namni walabaare amma walii tufutti wal faana hinnyaatu.
Sponsors