Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
tuksii 2 ma.
GAO

uffata miicamee qoore kaawuyyaa o'aan diddiriirsa, miidhagsa; Tuksii hinbeektuu, uffata gubdaa dhiis...

tuksii banuu go.
GAO

dhukaasa banuu, tuksii yookiin waraana jalqabuu; isaantu tuksii nutti bane.

tulluu ma.
GAO

lafa naannoo isaa Jiran irraa ol ka'ee muldhatu; Tulluu walal.

tuluu ma.
GAO

citaa birraa margu, kan keessi gaawaa, kan aangii gabu, kan ittiin godoo kaban.

tuma 1
GAO

"tumsa" ilaalaa.

Tuma 2 ma.
GAO

midhaan akka qollii yookiin huubni irraa bawuuf mooyyee keessatti bokkuu tumaan yookiin muka mooyyee...

tumaa 1
GAO

"tumiisa" ilaalaa.

Tumaa 2 ma.
GAO

seera jaarsi biyyaa baasee biyyi ittiin bulu; Tumaa Jaarsaa irra hindarbin; Seerri gadaa tumaa Jaars...

tumaaleessa ma.
GAO

hoolaa yookiin re'ee akka coomu f c1naan isaa tumame Yookiin kola'e.

tumaassaa
GAO

'tumaalessa" ilaalaa.

tumachuu go.
GAO

1. fiixee uleetiin, gaafaan, funyaaniin, w.k.f. itti suqanii al tokko dongoruu; Uleedhaan na tumate;...

tumiisa ma.
GAO

harkaan, uleedhaan w.k.f. dhaanicha, reebicha; Dargaggoon wal tumiisa Jaallati.

tumsa ma.
GAO

kan wal lolaa Jiru keessaa tokko gargaarsa, baabsa; Namni yoo wal dhabe araarsa malee tumsa hinbarba...

tumsiisu go.
GAO

wayiin rukutamuu, dhaanamuu; Ani Jabaadha odoo ofiin Jettuu tumamtee gattee? 2. kormi akka sangaa ta...

tumsuu go.
GAO

Kan wal lolaa jiru keessaa tokko gargaaruu, baabsuu; Kan tumsu irraa dhowwaa malee lamaan isaanii wa...

tumtuu 1 ma.
GAO

1. nama sibiila qaruudhaan Jlraacu. 2. nama sibiila tumuun meeshaa sibiilaa qopheessu.

tumtuu 2 ad.
GAO

kan afaan o'u, JarJaraa; Ati tumtuudhaa kan akkas taatu?

tumunii ma.
GAO

maqaa saantima xinnoo bara xaaliyaanii keessa itti gargaaramaa turan.

tumuu go.
GAO

harkaan, uleen yookiin waan biraatiin dhaanuu, rukutuu. 2. midhaan haamame rukutanii callaaf huuba (...

tuntuna ad.
GAO

1. kan bifa haaraa baase, lalisee. 2. furdaa, gabbataa.

Sponsors