Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
tumuu go.
tumuu go.
GAO
Hiika
harkaan, uleen yookiin waan biraatiin dhaanuu, rukutuu. 2. midhaan haamame rukutanii callaaf huuba (galabaa) addaan baasuu.
3. huuba irraa baasuuf midhaan mooyyee keessatti bokko tumaan yookiin muka mooyYeetiin rukuta; Geeshoo tumuun baay'ee
nama dadhabsiisa.
Sponsors