tumachuu go.

GAO

Hiika

1. fiixee uleetiin, gaafaan, funyaaniin, w.k.f. itti suqanii al tokko dongoruu; Uleedhaan na tumate; Jabbiin funyaaniin guruu tumachuudhaan aannan baafatti. 2. midhaan qola irraa baasuuf mooyyee Keessatt1 muka mooyyeetiin rukutachuu. 3. ilkaan akka bareeduuf (mudhaguuf) waan akka goraattiitiin (goreedhaan) nama biraatiin foon ilkaanii irraa wawwaraannachuu, sararachuu.
Sponsors