jecha gabaabduu mi'ooftu dubbachuu; Dubbii isaa keessatti sitti tabaalu malee hindhiisu.
waan raaw'achuun isaa seeraan nama irraa barbaadamu; Gibira mootummaa galchuun tabaroo hojiin bu'aa ...
lafa yammuu gajjallaadhaa ilaalan asii ol gara irraatti mul'atu, irraan olee; Tabba Yemmuu ba'an haf...
1. qonjoftuu, roora'aa. 2. kan homaa hinbeekne, garraamii; Nama tabuu wajjin maqoo (iccitii) hinha...
nafa jilbaa olii dirraa gadii kan naannoo gudeedaafi luqqeettuutti argamu; Shugguxiidhaan tafa rukut...
tafkii miillaafi harka namaa seentee gogaa namaa keessatti cinii bortu, muuyalee (muujalee).
nyaattuu shifii biyyee keessatti wal hortu, kan yammuu qubaan qabuuf tan namajalaa utaaltu, kan dhii...
1. harkaafi mormi, harkaafi miilli yookiin mormaafi miilli wadaroon yookiin teephan walitti hidhamuu...
wadaroo yookiin teepha horiin ittiin takaalamu; "Gaangeen takaallaa kutte jennaan ofittuu gabaabsite...
1. harkaafi miilla, harkaafi morma yookiin miillaafi morma horii walitti hidhuu. 2. akka bakka garaa...