takaalamuu go.

GAO

Hiika

1. harkaafi mormi, harkaafi miilli yookiin mormaafi miilli wadaroon yookiin teephan walitti hidhamuu; Horii madaqoon takaalamu malee fiigeeti bada.       2. rakkinaan hidhamanii bakka yaada ofi gawuu dadhabuu; Odoon mucaa kanaan takaalamuu baadhee yoona lafa garaa kootii nan ga'an ture.
Sponsors