takaallaa ma.

GAO

Hiika

wadaroo yookiin teepha horiin ittiin takaalamu; "Gaangeen takaallaa kutte jennaan ofittuu gabaabsite jedhe.  2 . gocha takaaluu. 3. rakina namni keessa jiru.
Sponsors