Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
rifeenaa ma.
GAO

waan qaqal'aa akka kirrii kan gogaa namaafi horii irratti biqilu; Daqni isaa rifeensa duwwaadha;Mata...

rifuu go.
GAO

baal'ee irraa luqqisuu.

rigaa ma.
GAO

muka qaqal'aa ilkaan ittiin (riguudhaan) qulqulleessan; "Rigaa naa muri rigaa, rigaa keetu na marare...

rigachuu go.
GAO

1. akka namaa bareeduuf jecha waan tokkoon soofachuu, sukkuummachuu; Ilkaan qulqulleeffachuuf rigach...

rigamuu go.
GAO

Akka malee sukkuumamuu, soofamuu; Miilli namaa kopheedhaan rigamuu.

riguu go.
GAO

hamma waanti fedhan Irraa bawutti wqan tokko waan biraatiin sukkuumuu; Ilkaan riguu.

riida.ma ad.
GAO

maseena dhaqna guutuu,kan akka re'ee, hoolaa w.k.f.; Riidama gatiin ishee mi'aadha.

riipublikii ma.
GAO

sirna biyya bulchuu keessatti kan namoonni bakka buutota saba bal'aa ta'an !owamanii bakka olaanaa q...

riiqachuu go
GAO

1. waanti tokko waan biraatti of sukkuumuu; Fardi cittoo manatti riigachuu jaallata. 2 waa argachu b...

rikaa ma.
GAO

Mi'a leemmana irraa tolfamu, kan midhaan maasii keessaa ittiin gara manaatti guuramu, shaalii.

riphaa ad.
GAO

1. lafa diriiree mul'atu. 2. ciisee kan dhokatu, keessumattuu hubaatii geessisuuf yookiin jalaa bawu...

riphuu go.
GAO

lafa irra diriiruu, keessu attuu dhokachuudhaaf; Diina daggala keessa riphanii eeggatu.

riphxuu ad.
GAO

kan dhokatee miidhaa geessisu.

riqicha ma.
GAO

buusaa dalga kan muka irraa yookiin simmintoo fi dhagaa, akkasumas sibiila irraa laga irratti ijaara...

riquu go.
GAO

gadi deebi'anii ijoollee ofiin gadii dhaanuu, itti roorrisuu; Mucaan kun hiriyaa keetii? maaliif riq...

rirma
GAO

"rimma" ilaalaa .

rirmee
GAO

"rimma" ilaalaa.

rirriitamuu go.
GAO

1. harkaan yookiin waan biraatiin sukkuumamuu; Koomeen kee niqamaaca'e, kun rirriitamu malee hinqulq...

rirriittuu ma.
GAO

carqii ittiin 'eelee buddeenaa irriitan,rigduu; Buddeena utuu hintolchin dura eelee rirriittuudhaan ...

rirriituu. go.
GAO

1.harkaan yookiin waan biraatiin sukkuumuu; Dugda koo naaf rirriiti. 2. caccabsanii hamma lubbuun ba...

Sponsors