rirriituu. go.

GAO

Hiika

1.harkaan yookiin waan biraatiin sukkuumuu; Dugda koo naaf rirriiti. 2. caccabsanii hamma lubbuun bawutti reebuu, rukutuu; Niitii isaa hindhaye miti, lafatti rirriitee biraa sokke.
Sponsors