rigachuu go.

GAO

Hiika

1. akka namaa bareeduuf jecha waan tokkoon soofachuu, sukkuummachuu; Ilkaan qulqulleeffachuuf rigachuu barbaachisa. 2. fedha ofii bakkaan ga' achuuf jecha namatti sissiquu; Maal na irraa barbaadeeti kan akkas natti rigatuuf?
Sponsors