Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
qaaxillaa
GAO

"qooxii" ilaalaa.

qabaa guutuu ma.
GAO

Hamma harki tokko qabuu danda'u.

qabaa harkaa ma.
GAO

waan harki tokko qabu.

qabaa ma.
GAO

1. mi'a waan ta'e ittiin qaban; Qabadhaan mukukkula qabeeti dukkanatti darbate. 2.. waan ittiin qaba...

qabachiisuu go.
GAO

akka qabatu gochuu.

qabachuu go.
GAO

 1. harka ofii jalagalchuu. 2. lafa baruu, lalisuu; Geeshoon ganna dhaaban dafeeti lafa qabata. 3. ...

qabamuu go.
GAO

1. harka namaa galuu; Hattuun qabame. 2. dhµkkuba fuudhuu; Busaan yoo si qabde qoricha otoo hinfudh...

qabanyaa ad.
GAO

1 horii uffata nyaatu; Jabbii qabanyaa tokkotu gaabii jalaa nyaate. 2. nama harkaan deemu, hattuu, m...

qabarachoo
GAO

"qarabichoo" ilaalaa.

Qabarichoo
GAO

"qarabichoo"ilaalaa.

qabata ma.du.
GAO

waa'ee waan ta'eetiif, maqaa waan ta'eetti; Qabata obboleessaatti mana hidhaa gale.

qabattoo
GAO

"saqqii" ilaalaa.

qabbana buufachuu go.
GAO

1 . o'a dabarfachuu. 2. wal dhabdee hiikkachuu, tasgabbeeffachuu.

qabbana ma.
GAO

o'a kan hinabne.

qabbanaa'aa
GAO

"qabbanaawaa" ilaalaa.

Qabbanaa'uu go.
GAO

1. o'a dabarfachuu; Eeleen qabbanoofte buddeena jaamsiti. 2. aarii dabarfachuu.

qabbanaawaa ad.
GAO

1 . o ' i  kan irraa darbe. 2. waan gubaa hin qabne; Qilleensi qabbanaawaan nama hin dafqisiisu.

qabbaneeffachuu go.
GAO

1. aduu dabarfachuu. 2. aara galfachuu. 3. o' a  irraa dabarsuu; Buna qabbaneeffadhuu dhugi.

qabbaneessuu go.
GAO

1. akka qabbanaa'u gochuu. 2 . qabbana taasisuu, akka aariin irraa galu gochuu; Gorsi aarii qabbanee...

qabbanoo
GAO

"qabbana"  ilaalaa

Sponsors