qabachuu go.

GAO

Hiika

 1. harka ofii jalagalchuu. 2. lafa baruu, lalisuu; Geeshoon ganna dhaaban dafeeti lafa qabata. 3. balleessaa ofii dabarsanii nama irra kaa'uu, itti qabachuu. 4. waa irraanfachuu dhiisuu, yaadachuu, qalbeeffachuu. 5. rimaa ta'uu; Saani yoo rimaa qabatte aannan ni dhowwatti. 6. horii argachuu, gudunfachuu; Jabaatee hojjeteeti horii qabate.
Sponsors