Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
qabamuu go.
qabamuu go.
GAO
Hiika
1. harka namaa galuu; Hattuun qabame. 2. dhµkkuba fuudhuu; Busaan yoo si qabde qoricha otoo hinfudhatin mana yaalaa deemi, 3. wareegamuu yookiin
maganamuu; Akka hamaa hinhojjenne maqaa abbaatiin qabame.
Sponsors