Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
nyaara butuu go.
GAO

fuula dhowwachuu, sagalee utuu hindhageessisin fuulaan itti dheekkamuu; Gaafa ilmi isaa wacu nyaara ...

nyaara guuruu go.
GAO

nyaara walitti suntuursuu;Namni dhukkubsatu nyaara guura. 2. nama yookiin waan biraatti 'aaruu; An m...

nyaara ma.
GAO

rifeensa bol'oo ijaa gobbuudha.

nyaatamuu go.
GAO

1. ilkaaniin caccabsamee, hancufaan laaffifamee gara garaatti liqimfamuu; Midhaan naaf nyaatamuu did...

nyaattuu 1 ad.
GAO

tan baay'inaan nyaata jaallattu, albaadhettii; Namni nyaattuun hingabbattu.

nyaattuu 2 ma.
GAO

maagaa; Jabbiin kun kan akkas huqqattuuf nyaattuu garaadhaa waan qabduuf ta'a. 2. uurnama, dhiiga na...

nyamuu go.
GAO

ariitiidhaan yookiin dafanii waan tokko afaaniin qabuu, nyam gochuu.

nyaq gochuu go.
GAO

akka walitti galee guutu, jabaatu,w.k.f. gochuu; Afaan keshaa kanaa nyaq godhii hidhi.

nyaq jechuu go.
GAO

wanti tokko sirriitti gadi tumamee guutamuu yookiin walitti dhiibamee, harkifamee galuu; Jooniyaan s...

nyeenyaatuu ad.
GAO

tan dubbii bay'isuu jaal'attu.

nyeenyee
GAO

"nyeenyaatuu" ilaalaa.

nyignyigaa ad.
GAO

waan dubbiidhaan qabe akka laayyootti kan gadi hindhiifne.

O,o
GAO

qubee Oromoo kan tarree kudha shan irratti argamu.

o'aa ad
GAO

kan qorxa jalaa baye, dhaamocha kan arii'ate, bulluqaa.

o'ichoo ma.
GAO

madaa aangii qubaa yookiin faana horii kan yeroo roobaa dhufu.

o'ifacha ma.
GAO

waan o'a kennutti of karkarsa.

o'ifachuu go.
GAO

1. abidda yookiin aduu qaqqaammachuu. 2.waan maddee (xinnoo) guddaa fakkeessuu.

o'ifama ma.
GAO

dhaamocha ari'acha,o'a argacha.

o'ifamuu go.
GAO

waan o'a kennutti karkarsamuu.

o'ine ma.
GAO

margituu yookiin biqiltuu shambaqqoo fakkaattu, tan humna hinqabne.

Sponsors