nyaara guuruu go.

GAO

Hiika

nyaara walitti suntuursuu;Namni dhukkubsatu nyaara guura. 2. nama yookiin waan biraatti 'aaruu; An maal isa goonaan yammuu na argu nyaara natti guura? 3. nyaara butuu (keessumattuu waan ta'e tokko namatti himuudhaaf).
Sponsors