Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
nyaatamuu go.
nyaatamuu go.
GAO
Hiika
1. ilkaaniin caccabsamee, hancufaan laaffifamee gara garaatti liqimfamuu; Midhaan naaf nyaatamuu dide. 2. galaanaan yookiin bishaaniin fudhatamuu, liqimfamuu; Namichi bishaaniin nyaatamuu hin'oolle. 3. nagadanii (daldalanii) mataa hanqachuu, kasaaruu.
Sponsors