Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
mixaaxisa ma.
GAO

dinnicha akka shukkaaraatti  mi'aawu, albaambee, booniyaa.

mixii ma.
GAO

gosa goondaa bifi diimaa, kan dhaabbata xixinnaatu.

mixina ma.
GAO

gombisaa.

mixiree ma.
GAO

ija xixinnoo sanyii midhaanii keessatti argamtu,miciree.

mixmixa
GAO

"barbaree" ilaalaa.

mixoo ma.
GAO

maqaa mukaa; Mixoo qeerransaa, mixoo qamalee.

miya
GAO

"mi'a" ilaalaa.

mo'achuu
GAO

"moo'achuu" ilaalaa.

mo'amuu
GAO

"moo'amuu" ilaalaa.

mo'atamuu
GAO

"moo'atamuu" ilaalaa.

mo'oo ma.
GAO

1. fiixee lafee dugdaa kutaa taa'aa lamaan jidduutti argamu; Dugdaan kufeen mo'oon na miidhame. 2. t...

moccora ma.
GAO

1. qeensaan gogaa irraa duuga, gogaa irraa tarsaasa. 2. harka lamaaniin micciiranii gargar kuta; Moc...

moccoramuu go.
GAO

qeensaan gogaan irraa duugamuu yookiin tarsaasamuu. 2. garaan nama ciniinuu; Midhaan tokko nyaadheet...

moccorsiisuu go.
GAO

akka moccoru gochuu.

moccoruu go.
GAO

1. qeensaan gogaa irraa duuguu yookiin tarsaasuu. 2. garaan nama ciniinuu. 3.harka lamaaniin micciir...

mococa ma.
GAO

ciim'aa ijaa.

mococa'uu go.
GAO

ijji namaa 'aara yookiin dhukkuba irraa kan ka'e ciim'aa baasuu.

modhodhuu
GAO

"mudhukuu" ilaalaa.

moggaa ad.
GAO

1. jidduu kan hinta'in, qarqara; Namni lafa moggaa jiraatu diina of irraa 'eeguuf qawwee isa barbaac...

moggaafachuu go.
GAO

maqaa baafachuu.

Sponsors