moccoramuu go.

GAO

Hiika

qeensaan gogaan irraa duugamuu yookiin tarsaasamuu. 2. garaan nama ciniinuu; Midhaan tokko nyaadheetan garaan na moccorame. 3. harka lamaan micciiramee gargar kutamuu.
Sponsors