moggaa ad.

GAO

Hiika

1. jidduu kan hinta'in, qarqara; Namni lafa moggaa jiraatu diina of irraa 'eeguuf qawwee isa barbaachisa. 2. garasiifi garanaan iddoo itti dhiyaatu, cinaa, maddii, bukkee; Mee kottuu na moggaa taa'i, wayin sitti himaa.
Sponsors