Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
lootii ma.
GAO

1. jifaara gurraa, amart1i gurraa; Dhiirri ajjeesaan lootii gurraatiin beekama. 2. bifa qabeessa, ba...

lootuu 1 ad.
GAO

tan suuta deemtu.

lootuu 2 ma.
GAO

bineentii xinnoo akka bofaa garaadhaan lafa irra kaattu,tan miilla afur qabdu, loccuu.

loqoda ma.
GAO

dubbii hintaane, keessumattuu kan walittii utuu hincitin hamma nama nuffisiisutti dubbatamu.

loqoduu go.
GAO

loqoda haasa'uu.

lowaa 1 ad.
GAO

kan garaadhaan lafa irra deemu.

lowaa 2 ma.
GAO

1. raamoo bakka Jisichaa kan yammuu bakki ciisaa sun jiidha godhatu uumamu; Itilleen mucaan itti fin...

lowuu go.
GAO

1. garaadhaan lafa irra deemuu. 2. suuta jedhanii akka lowaatti deemuu; Maal loota? Yoo deemte dadda...

luba baasuu go.
GAO

1.seeta Gadaa keessatti waggaa afurtama yammuu galan cidhaan ayyaaneffachuu. 2. qola hormaata dhiira...

luba bawuu go.
GAO

1. seera Gadaa keessatti waggaa afurtama seenuu. 2. qola hormaataa murachuu, dhaqna gabachu , kittaa...

luba ma.
GAO

kutaa Gadaa keessatti nama waggaa afurtarna seenee, hojii biyyaa geggeessuu irratti kan hirmaatu; Lu...

lubbamuu go.
GAO

waanna ta'een dhiphatanii lubbuun waa nama keessaa bawuuf kaate namatti fakkaachuu; Maliif akkas lub...

lubbuu dhaba.
GAO

1. akka male Jallachuu; HinJaallataa miti lubbuudhuma dhabaaf.

lubbuu dhabuu go.
GAO

Jireenyi namaa raaw'achuu, du'uu reeffa ta'uu 2. odachuu, lugna ta'uu, Gurbaan kun sodaa keessa darb...

lubbuu ma.
GAO

waan uumama foon qabu ukka inni sosocho'u, akka jiraatu, nyaatu, w.k.f. godhuu, hundee jireenyaa, na...

lubbuu qabaachuu go.
GAO

1. utuu hindu'iin jiraachuu; Hinduune ammayuu lubbuu qaba. 2. onnee qabaachuu, jagnoomuu, dhiiromuu;...

luca ma.
GAO

1.qaama gudeedaa, kan Jilbaa jalqabee luqqeettuutti ejju; Foon lukaa naa biti! 2. nafa namaa kan faa...

lufeessuu go.
GAO

keessa dabarsuu, fullaasuu; Ulee cidii keessa lufeesse.

luffee ad.
GAO

1.mata qalleessa. 2. nama gaa ddidduu hinqabne; Luffeen kun, yoomittuu asiin baye.

lufuu go.
GAO

keessa yookiin bira darbuu; Qormaata hinlufa; Asiin na bira lufe.

Sponsors