lubbuu qabaachuu go.

GAO

Hiika

1. utuu hindu'iin jiraachuu; Hinduune ammayuu lubbuu qaba. 2. onnee qabaachuu, jagnoomuu, dhiiromuu; Lubbuu qabda har'a, mee daangaa lata kanaa gayi.
Sponsors