lowaa 2 ma.

GAO

Hiika

1. raamoo bakka Jisichaa kan yammuu bakki ciisaa sun jiidha godhatu uumamu; Itilleen mucaan itti fincoottu lowaa godhata. 2.dhukkuba arraba gaangee Jalatti uumamu, kan yammuu hidda dhukkubichi keessa jiru dhiigsan itti fooyya'u; Gaangeen lowaa godhatte dandeessee mataa ol hinfudhattu.
Sponsors