1. akka lafa dhawu yookiin jigu gochuu. 2. akka qormaata yookiin qorumsa hindarbine yochuu;Beekaa qo...
1 lafa dhawuu, jiguu; Eenyutu siree irraa kufee? 2. (barumsa keessatti) qorumsa yookiin qormaata dar...
dhiitoon bilchaatee mala'uudhaaf funyaan godhachuu; Dhiitoon kun kulkulee jiraa kottuu naaf malaasi.
waan tokko nyaachuuf yookiin gochuuf fedha cimaa gorora nama keessaa harcaaau qabaachuu, kaJeeluu, g...
sirba qooqa cufaa, banaa,ammoo morina olii gadi raasaa sirbamu;Kumkummee nama lamatu wal fuuldura ij...
sagalee waan namatti dhiwoo ittiin nama biraatti agarsiisan; Kunoo siif kennee fudhadhu; "kan kunoo ...
eegumsa, guddisa yookiin qananii gaarii; Mucaan kun kunuunsa gaarii waan hinarganneef huqqate.
soogidda yookiin shukkaara waan biraatti naqatanii ittiin mi'eeffachuu; Ittootti soogidda kureeffach...