1.utuu hinbeekin tasa kufuu. 2. tasa du'uu; Dhukkubni onnee utuu hinbeekin na kimbilaache. 3. ajjees...
1.qodaa dhugaatii, fakkeenyaaf burcuqqoo jala qabatanii waan keessa jiru battalatti afaanitti garaga...
midhaan sirritti hingayin yookiin hinbilchaatiin, corqaa; Kimiriin boqqolloo nyaataaf hinta'u.
tajaajila yeroo murametti gatii isaa kaffalanii argatan; Mana kiraa ji'a ji'aan gatii isaa kaffalu.
mi'a taphaa kan kirriin toora shan qabu, gajjallaadhaan kan teepha quba lama gidduutti abamee rukuta...
1.maqaa ulfina qabeessa, kan Yesuus erga cuuphamee booda ittiin waamamu, maqaa kabajaa, muudamaa. 2....
1. jirbii qaqal'aa foyame. 2. amantii kiristaanaa, keessattuu warra Ortodoksii; Kiristaana ture kirr...
1. golee uffata irratti hodhamu; Kiisiin koo nitarsa 'e. 2. horii. balleessaa hojjetaniif kennam...