waan dhaqna namaatti uffifamu, uffata, wayyaa, huccuu. 2. uffata reeffi ittiin awwaalamu; Gaafa inni...
liqii namaa deebisuu; Qarshii koo sana naa hinkaffaltuu? 2. gatii waan bitaniif baasuu; Kootii kanaa...
1.utuu hinwaamamiin mana namaa dhaqanii nyaataafi dhugaatii yookiin tokkoon isaa fedhuu; Kajeeluun w...
akka kakatu gochuu; Akka eenyummaa saba keetii itatti baasuuf hojjettu si kakachiisuu nu barbaachisa...
waanti tokko ta'eera yookiin hintaane, fuulduratti nita'a yookiin hinta'u, hingodhu yookiin nan godh...
sagalee yawuttii roobni roobu yookiin yawuttii roobuuf jedhu Waaga keessaa dhaga'amu; Kakawween dhag...
1. sagaleen utuu wal irraa hincitiin, fakkeenyaaf waanti akka sagalee kakawwee dhaga'amuu; Halkan ed...
kutaa macaafa qulqulluu isa lammaffaa, Wangeela Maatiwoosii amma mul'ata Yohaannisitti jiru, kan dha...