kaksuu go.

GAO

Hiika

1. sagaleen utuu wal irraa hincitiin, fakkeenyaaf waanti akka sagalee kakawwee dhaga'amuu; Halkan edaa maal inni ala kanaa kakaksaa bule? 2. utuu addaan hinkutiin waan tokko dhuguu; Aannan qabee tokko hamma libsuu ijaatti keessaa kakaksee tixe.
Sponsors