Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kakachuu go.
kakachuu go.
GAO
Hiika
waanti tokko ta'eera yookiin hintaane, fuulduratti nita'a yookiin hinta'u, hingodhu yookiin nan godha jedhanii maqaa Waaqaa dha'anii yaada ofii kennuu,
waadaa galuu; Waan godhan hingoone jedhanii kakachuun gaarii miti.
Sponsors