Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Ioogii
GAO

"looga" ilaalaa.

itannaa
GAO

"ifacha" ilaalaa.

ka'iisa ma.
GAO

ol jedhiinsa; Eegi! ciisichaa ka'iinsa irra jiraa! 2.deemsaaf qophee gocha; Ka'iisa keen eega malee ...

Ka'uu go.
GAO

1. bakka taa'anii ol jechuu, dhaabbachuu; Taa 'i hinka'iinii! 2. deemuuf qophaawuu; An deemuu kooti,...

kabuu go.
GAO

1. migira, citaa, w.k. f. uffisuu; Mana ofii citaadhaan kabuun amma hafaa Jira. 2. iccitii, namaaf d...

kachaachala ma.
GAO

yaala, bu'anii ba'a; Jireenyi kachaachalan malee taa'umsaan hinta'u.

kachaachaltuu ad.
GAO

nama kachaachalaan ulu.

kachaachaluu go.
GAO

Kachaachalaan buluu.

kachachala ma.
GAO

tapha qoosii hinbarbaachifne of keessaa qabu;Kachachalaan yeroo kee hindabarsin.

kad aabuu
GAO

"qabachiisuu" ilaalaa.

kadeeda ma.
GAO

waan namni hojjechuudhaaf hedu, fedha; Yommuu manaa baatu kadeediin kee maal?

kadeeduu go.
GAO

waan tokko hoj j echuudhaaf heduu, heryeguu.

kadha hiisuu go.
GAO

1. akka namaaf kadhatan gochuu;Ilma abbaa isaa kadhachiise. 2. utuu kennuudha;f yookiin gochuudhaaf ...

kadhaa ma.
GAO

waan ta'e tokko n ma irraa yookiin Waaqa irraa argachuudhaaf gaaffii gara laafinaan gaaf tamu.

Kadhaabachiisuu
GAO

"qabachiisuu" ilaalaa.

Kadhaabachuu
GAO

"qabachuu 1" ilaalaa.

kadhachuu go.
GAO

waan hawwii yookiin fedha ofii  guuttachuuf, argachuuf gara  laafinaan gaafachuu;Akka  cubbuun of...

kadhatamuu go.
GAO

1. akka hawwiin yookiin yaadni namaa namaaf guutuuf sagalee gara laafinaatiin gaafatamuu; Maal ati n...

kafafsuu go.
GAO

akka jiidhi isaa irraa cobu gochuu.

kafafuu go.
GAO

jiidhi irraa goggoguu jalqabuu, gara qooruutti gaalchuu; Uffati kaleessa miicame amma reef kafafuu J...

Sponsors