kadhatamuu go.

GAO

Hiika

1. akka hawwiin yookiin yaadni namaa namaaf guutuuf sagalee gara laafinaatiin gaafatamuu; Maal ati namni akkasii, yommuu kadhatamtullee hinbeektuu? 2. heerumaaf gaafatamuu; Mucayyoon tun utuu kadhatamuudhaa baattee silaa nan fuudha.
Sponsors