kadha hiisuu go.

GAO

Hiika

1. akka namaaf kadhatan gochuu;Ilma abbaa isaa kadhachiise. 2. utuu kennuudha;f yookiin gochuudhaaf yaadi garaa jiruu yeroo dheeraadhaaf akka kadhatamu gochuu; Maal akkas waan na kadhachiisaa mitii, hadaraa ammuma bayi muddi jedhii! 3. kaadhimummaadha'af gaafachiisuu; Jaarsa ergeen ke

intala saha fuudhuuf kadhachiifadha.
Sponsors