Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gumaa'a 2 ma.
GAO

1. itti dhiyaacha, jala ga'a yookiin bu'a; Horii kana itti gumaa'itii oofi. 2. walitti qabama yookii...

gumaa'uu 1 go.
GAO

1. itti dhiyaachuu, jala ga'uu yookiin bu'uu. 2.walitti qabamuu, iddoo tokkotti wal ga'uu.; Loon kan...

gumaa'uu 2 go.
GAO

gumaa yookiin firii godhachuu; Qamadii yoo qorri dhaye hingumaa'u.

gumaacba ma.
GAO

gumaata firaa geessan.

gumaachuu go.
GAO

gumata firaa kennuu; Yoo firaa gumaachuu baatte gaafa cidha keetii namnuu siif hingumaachu.

gumaan baduu go.
GAO

gatiin nabsee nama harkatti baddee odoo hinkennamin hafuu.

gumaan namaa baduu
GAO

"gumaan baduu" ilaalaa.

gumaara ma.
GAO

gosa mukaa.

gumaata ma.
GAO

1. cidha irratti nyaataafi dhugaatii yookiin horii firri abbaa cidhaatiif fidu, gumaacha. 2. dhangaa...

gumbii dhahuu go.
GAO

gumbii tolchuu yookiin qopheessuu.

gumbii ma.
GAO

1. mi'a midhaan itti naqatan,kan faltii biyyoo irraa yookiin suphee irraa hojjetamu, dogooggoo; Goot...

gumee ma.
GAO

1. Jifaara dubartiin harkatti yookiin irreetti keewwattu yookiin kan daa'ima xiqqoof lukatti kaa'an....

gumeecha
GAO

"gumeessa" ilaalaa

gumeessa ma.
GAO

1. itti dhiyeessa,biraan ga'a. 2. walitti qaba, bakka tokkoon ga'a.

gumeessisuu go.
GAO

akka gumaa'u gochuu.

gumeessuu go.
GAO

1. itti dhiyeessuu, biraan gawuu. 2. walitti fiduu, iddo: tokkotti waliin ga'uu.

gumguma ma.
GAO

sagalee gadi qabatanii jibba yookiin oriisaa akka namni biraa hindhageenyetti dubbacha.

gumgumsiisuu go.
GAO

akka gumgumuu gochuu.

gumgumtuu ad.
GAO

nama sagalee gadi qabatee jibba yookiin orii isaa akka namni biraa hindhageenyetti dubbatu.

gumgumuu go.
GAO

sagalee gadi qabatanii Jibba yookiin wan isaa akka namni biraa hindhageenyetti dubbachuu, Rakkoo qab...

Sponsors