gumaata ma.

GAO

Hiika

1. cidha irratti nyaataafi dhugaatii yookiin horii firri abbaa cidhaatiif fidu, gumaacha. 2. dhangaa dayiisa irratti, dhaqna qabaa irratti yookiin hamaan yoo nama irra gaye firri namaa fidu.
Sponsors