gumbii ma.

GAO

Hiika

1. mi'a midhaan itti naqatan,kan faltii biyyoo irraa yookiin suphee irraa hojjetamu, dogooggoo; Gootaraa yoo ijaarrachuu dadhabde gumbii dhahadhu. 2. arrabsoo nama furdaa gabaabaa ittiin arrabsan.
Sponsors