Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gilindisee ad.
GAO

1.dubartii gabaabduu furdoo naatoo qabdu, tan yoo hojjettu harka o' itu. 2. dubartii keessummaa kees...

gilindisiisuu go.
GAO

akka gilindisu gochuu.

gilindisuu go.
GAO

keessummaa keessummeessuuf olii gadi jechuu.

Gimbii ma.
GAO

1 . galma yookiin mana guddaa. 2 . dhakaa akka girgiddaatti wal irra tuulame, kaabii dhakaa. 3. maqa...

gimboola ma.
GAO

kubbaa miillaan taphatan, kubbaa miillaa.

gimfoo
GAO

"jinfuu" ilaalaa.

gimitii ma.
GAO

yaada waan ta'ee; Inni waaye hojii manaa gimmitii wayiituu hinqabu. 2. dhawiisa gatii yookiin hamma ...

gimjaa ma.
GAO

wayyaa diimaa burree taabotaafi xuwwaadhaaf yookiin warra qaalluutiif kennamu; wareegni kun yoo naa ...

gindoo
GAO

"gundoo" laalaa.

gingilcha ma.
GAO

1. gingilchaadhaan adda foyiisa. 2. hara malee gadi naqa, firfirsa.

gingilchaa ma.
GAO

mi'a migira irraa qophaa'ee keessi isaa uraa baay'ee qabu, kan huubaafi daakuu yookiin bullaa'aafi h...

gingilchiisuu go.
GAO

akka gingilchu gochuu.

gingilchituu ad.
GAO

1.dubartii huubaafi daakuu yookiin bullaa'aafi hororamaa gingilchaadhaan addaan footu. 2. kan qabeen...

gingilchuu go.
GAO

1. gingilchaadhaan adda fowuu. 2. qabeenya yookiin oduu dhadhangalaasuu yookiin firfirsuu.

gingilfamuu go.
GAO

gingilchaadhaan adda foyamuu;. Xaafii hingilgilfamne daaksistee midhaan isaa biyyoo biyyoo jedhe. 2....

giraaba ma.
GAO

lafa ol jedhu, tabba; "Borteen bishaan abootee, maaf of irraan na laaltaa adda giraaba gootee.

giraallaa ma.
GAO

1. "gichillaa" ilaalaa. 2. maqaa sijaaraa, keessattuu kan maqaa gisillaatiin moggaafame

girgiddaa ma.
GAO

dhaabaa manaa kan naannoo utubaa dhaabbatee baaxii baatu, duree; Odoo girgiddaa hin'ijaarin baaxii i...

girgiraa ma.·
GAO

galii yookiin sibiila ixaana irratti aarsan.

girgirta'uu go.
GAO

muddanii taa'iifi ka'ii wallaalchisuu,kan qabaniifi kan dhiisan wallaalchisuu.

Sponsors