Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
gingilchituu ad.
gingilchituu ad.
GAO
Hiika
1.dubartii huubaafi daakuu yookiin bullaa'aafi hororamaa gingilchaadhaan addaan footu. 2. kan qabeenya ishii olii gadi bittinsitu. 3. kan waan dhageesse dhoksuu hinbeekne, odeessicuu.
Sponsors