gimjaa ma.

GAO

Hiika

wayyaa diimaa burree taabotaafi xuwwaadhaaf yookiin warra qaalluutiif kennamu; wareegni kun yoo naa gaye gimjaan  Abbaa  Daakaatii (qaalluu)  galcha.
Sponsors