Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
durba qarree
GAO

"durba duudaa" ilaalaa.

durba qarree
GAO

"durba duudaa" ilaalaa.

durbii ma.
GAO

firooma ilmaan adaadotaa gidduu jiru; Ijoolleen abbaa kootiifi obboleettiin abbaa kiyyaa godhatan  ...

durbii ma.
GAO

firooma ilmaan adaadotaa gidduu jiru; Ijoolleen abbaa kootiifi obboleettiin abbaa kiyyaa godhatan  ...

durbummaa ma.
GAO

1. dhaqna horrnaata durbaa kan kanaan dura dhiirri hinbeekin; Durbi gaafa durbummaa irraa fudhatan ...

durbummaa ma.
GAO

1. dhaqna horrnaata durbaa kan kanaan dura dhiirri hinbeekin; Durbi gaafa durbummaa irraa fudhatan n...

dure
GAO

 bakkee yookiin diriiraa; Ijoolleen irreetti yaateeti qillee taphatti. 2. "gooba 2" ilaalaa.

duree 1 ad.
GAO

tan dura taate; Isheen duree ijoollee hundaati.

duree 1 ad.
GAO

tan dura taate; Isheen duree ijoollee hundaati.

duree 2 ma.
GAO

ijaarsa mana keessaa kan bakka ciisichaatiifi bakka taa'umsa addaan qoodu, cichaa yookiin gorroo man...

duree 2 ma.
GAO

ijaarsa mana keessaa kan bakka ciisichaatiifi bakka taa'umsa addaan qoodu, cichaa yookiin gorroo man...

duree 3 ma.
GAO

rifeensa sammuu namaa gubbaatti utuu hinhaadin dhiisan, guuttiyyee (guuttiyyaa), roggee.

duree 3 ma.
GAO

rifeensa sammuu namaa gubbaatti utuu hinhaadin dhiisan, guuttiyyee (guuttiyyaa), roggee.

Duree dawaa
GAO

"Dirree dhowaa" ilaalaa.

Duree dawaa
GAO

"Dirree dhowaa" ilaalaa.

dureessa(a) ad.
GAO

1. nama warra biraa hunda dura jiru, abbaa barcumaa, dura bu'aa. 2. kan qabeenyaan hunda irra caalu...

dureessa(a) ad.
GAO

1. nama warra biraa hunda dura jiru, abbaa barcumaa, dura bu'aa. 2. kan qabeenyaan hunda irra caalu,...

durgoo ma.
GAO

qooda abbaa tokkoo yookiin gayee abbaa tokkoo; Duniyaa abbaa isaanii daa'imni durgoo keessaa qabu.

durgoo ma.
GAO

qooda abbaa tokkoo yookiin gayee abbaa tokkoo; Duniyaa abbaa isaanii daa'imni durgoo keessaa qabu.

durii durii 1 da.go.
GAO

yeroo yookiin bara achi fagoo, bara durii, bara Abbaa Gadaa;Durii durii mana kan bulchu haadha warra...

Sponsors