durii durii 1 da.go.

GAO

Hiika

yeroo yookiin bara achi fagoo, bara durii, bara Abbaa Gadaa;Durii durii mana kan bulchu haadha warraati; Durii durii Waaqni lafatti gadi dhiwoo ture jedhama.
Sponsors